Home

cropped-photo_2022-07-10_05-12-08.jpg

Baga nagayaan dhuftan gara Mana Barnoota Dhaloota Qubee! Manni barnoota dhaloota qubeedhaa iddoo dinqisiisaa tahee kan barsiisootni, maatiin baratootaa fi waahillaan isaanii hundi kutanoodhaan ijjoollee isaanii barsiisuu fi dhaloota hegeree aadaa, afaan, seenaa, barnoota ammayyaa fi sayinsaawaa tahe afaan oromoo fi Afaan Ingliffaadhan kan barsiisuudha. Iddoo beekuumsaa fi kan adda tahe kan aadaa garagaraa of keessaa qabu fi kan baratoonni barnoota sadarkaa 2ffaa, koollejjii fi yuniversiiti gara garaaf itti of qopheessaniidha. Maatiin baratootaa, bakka bu’ootni hawaasaa fi wahilaanB keenya hundi kessaan affeeraamtaniit jirtu. Akka mana barnoota dhaloota qubee daawwataani fi yaadaa keessaniin nu deegartan. Kaayyoon bu’uraa kan Mana barnoota keenyaa fi barsiisoota keenyaas baratoota barnoota barsiisuu, barnootan cimsuu fi aangoomsuudha. Kanaaf Barsiisootni keenya, tarkaanfii barataan keenya godhu kamiyyuu dukaa deemaanii hordofuu fi qajeelchuun akka baratootni barnoota isaatiin injifatanii akkasuma jireenya isaanii gama fulduraa keessatiis injifataa akka tahaan sirriitti ni qopheessu. Barnoota si’anaa fi idlee kan biiroo barnoota Oromiyaa fi ministeera barnotaattiin qophaawee biraati tolan barnoota dabalataa ni kenina. Kan akka ispoortii fi jabeenya qaamaa (fkn, marshal artii), dudhaa, seensa sirna gadaa fi k.k.f ni kenina. Xiyyeeffannaan keenya inni guddaan, baratoota barsiisuudhaan beekumsa argataniin ofii isaanii, ummaata isaanii fi biyya isaanii akka tajaajilan godhuudha. Dhalootni dhufu kan biyya keenya saayinsiin, technooloojii fi kalaqa garagaraa uumuun of duraati ceesiisu tahuu qaba. Koota waliin dhaloota haa qarruu!

Kube Generation’s School is a wonderful community of teachers, students, parents, and friends all dedicated to educating young people to empower the generation by teaching their indigenous cultures, language, a nd history through quality education using modern technologies and real sciences by Afan Oromo and English. It is a special place with diverse cultures where students are prepared for high school, college, university, and life. We invite parents, community leaders, and friends to unite with us and support the community’s finest college preparatory school from pre-kindergarten through 12th grade. Our teachers will provide guidance every step of the way to make sure our students succeed in their journey. We offer unique opportunities in academic teaching, sport, cultural awareness, courses in introductory to Gada System, and the arts. Our emphasis on service learning prepares students to become engaged and give service to Citizens of the world.